fereboost.blogg.se

Kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf
Kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf





kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf

Yejjuunis Raas Alii 1ffaa jala bulaa ture, haa ta'u malee, bara dheeraan duuba Tewodiroos 1ffaan Raas Alii 1ffaa injifate. Akkasumas Begemder, Enderases jalatti qoodamuu jalqaban.

kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf

Bara 'Zemene Mesafinti' keessatti dhaloota Oromoo kan ta'an Yejjuun bara dheeraaf waraanaan Imperoota Itoophiyaa dursaa turan. Akkasumas waltajjii Gondar keessatti Afaan Oromoo akka dubbatamu taasise. Keessattuu Emperor Iyoas 1ffaan (1730-55) Oromoota saba haadha isaa ta'an ofitti dhiheessuu jalqabe. Haa ta'u malee, Oromoon bulchiinsa Itoophiyaa bara suni keessatti bakka argachuu jalqabde. Jaarraa 17 jalqabee Oromoon Amaara irraa gargar bahuu jalqaban. Marcus akka jedhetti kaabi-dhihaa Boorana akka bakki Oromoon duran qubate akka ta'e ibseera. Bahrey itti aanee Oromoon akka gara kaaba-dhihaatti gara Arsii, Shawaa, Wallagga fi Goojjam akkasumas gara kaaba-bahaan gara Harargee fi Walloo akka fafaca'e ibseera. Abbaan amantii 'Baahiree' jedhamu akka bara 1593tti barreessetti jajjabeenya Oromoon yeroo sunitti qabu cimaa akka ture ibseera. Jaarraa 16 keessatti eega mootummaan Habashaa fi Sulxaanetii Adaal wal hadhanii lachuu dadhabanii dhiisanii booda, ummanni Oromoo gara Kaabaatti (kaaba Oromiyaa ammaatti)babal'atan.

kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf

Oromoo Saba 'Pastoralist/nomadic' fi 'semi-agriculturalist' jedhaman keessaa akka dhufe amanama. Qo'annoon jiru akka ibsutti Oromoon ganna kumaa ol Afrikaa Bahaa keessa akka jiraate amanama (Prouty at al, 1981). Akkaataan lafa, aadaa fi afaan isaa Oromoo Afrikaa keessa dabre immoo addunyaa keessatti akka beekamtu isa godheera. Gaanfa Afrikaa keessa Oromoon saba kushii dubbatu guddicha dha. Ummatni Oromoo kaabaan hanga Tigraay, kibbaan hanga Keeniyaa faffaca'ee argama.

kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf

Ummatni Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha.







Kitaabota seenaa Afaan oromoo pdf